Facebook Post: 2021-08-10T16:11:10

Hoggantoonni garee shororkeessa ABUT ijoollee harka qalleeyyii haadhoolisaaniirra butuun waraanaaf hirmaachisuu itti fufaniiru

Ijoolleen isaanii biyya alaa kan jiraataan hoggantoonni gareen Shororkeessa ABUT ijoollee harka qalleeyyii haadhoolisaaniirra butuun waraanaaf hirmaachisuu itti fufaniiru. Jilli Daayreektara Qunnamtii Ummataa Raayyaa Ittisaa Kolooneel Geetinnat Adaanee fi daayreektarri kominikeeshinii poolisii federaalaa obbo Jaaylaan Abdiin durfamu booji’amtootaa to’annaa mootummaa jala jiran daawwataniiru. Turtii booji’amtootaa kanneen waliin turtii taasifameen, gareen…

Published by booree20

https://qarootube93.wordpress.com/

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started